Tarree Maqaa, Suuraa fi Ergaa Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa Damee
Obboo Tafarii Bantii Irranaa
I/G Waajjiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Noonnoo
Paartii cimaa tarree biyyoota Addunyaarratti badhaadhan waliin dorgomaa akka ta'uuf cimee nan hojjedha.
Email: teferibenti2022@gmail.com
Obboo Tasammaa Bokii Gondol
I/G Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Aanaa Noonnoo
# "Ol aantummaa yaadama paartii keenya lafa qabsisuun Badhaadhina Waloo ni dhugoomsina" # Gufuu badhaadhinaa kan ta'e seenessa qeenxee maqsinee seenessa waloo ijaaruun obbolummaa cimsuuf ni hojjenna
Email: tesemaboki78@gmail.com
Aaddee Mastaawot Galchulle Waaqoo
I/G Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Noonnoo
Miseensa cimaa horachuun mul'ata paartii badhaadhinaa ni mirkaneessa
Email: mastawotgalchulewako@gmail.com
